Kanaanis lakkoofsi namootaa biyyattii keessatti koronaavaayirasiin qabamanii 48,140 gaheera.

Kanaanis lakkoofsi namootaa biyyattii keessatti koronaavaayirasiin qabamanii 48,140 gaheera.

Kanaanis lakkoofsi namootaa biyyattii keessatti koronaavaayirasiin qabamanii 48,140 gaheera.

Sa’aatii 24 darban keessatti namoonni haaraa 13 yoo du’an, hamma ammaatti namoonni 758 sababa Covid-19 lubbuusaanii dhabaniiru.

Gama biraatiin namoonni haaraa 586 dhukkubicharraa bayyanatan dabalatee biyyattiitti namoonni 17,415 bayyanataniiru.

Itoophiyaatti hamma ammaatti namoota 850,236’f qorannoo koronaavaayirasii taasiftee jirti.

Facebook Comments