Oromiyaatti namoonni Covid-19n qabaman kuma 5 fi 588 gaheera.

Oromiyaatti Namoota dabalataa 134 irratti Vaayirasiin Koronaa argame.

Oromiyaatti Namoota dabalataa 134 irratti Vaayirasiin Koronaa argame.

Sa’aa 24 dabre keessatti qorannoo laaboraatorii namoota kuma 4 fi 214 irratti gaggeeffameen Vaayirasiin Koronaa namoota 134 irratti argamuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksiseera.

Waliigalatti Oromiyaatti namoonni Covid-19n qabaman kuma 5 fi 588 gaheera.

Facebook Comments