Oromiyaattii Namoota dabalataa 255 irratti Vaayirasiin Koronaa argame.

 Oromiyaattii Namoota dabalataa 255 irratti Vaayirasiin Koronaa argame.

Oromiyaattii Namoota dabalataa 255 irratti Vaayirasiin Koronaa argame.

Sa’aa 24 dabre keessatti qorannoo laaboraatorii namoota kuma 3fi 642 irratti gaggeeffameen Vaayirasiin Koronaa namoota 255 irratti argamuu Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksiseera.

Waliigalatti Oromiyaatti namoonni Covid-19n qabaman kuma 5 fi 843 gaheera.

Facebook Comments