Itiyoophiyaatti namoonni dabalataa kumi 1fi 9 Vaayirasii Koronaatiin qabaman.

Itiyoophiyaatti namoonni dabalataa kumi 1fi 9 Vaayirasii Koronaatiin qabaman.

Itiyoophiyaatti namoonni dabalataa kumi 1fi 9 Vaayirasii Koronaatiin qabaman.

Namoonni 16 ammoo lubbuun isaanii Covid-19n darbeera.

Kaleessa qorannoo laaboraatorii namoota kuma 19 fi 364 irratti gaggeefameen Covid-19 namoota kuma 1fi 9 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Kanaanis biyyattii keessatti lakkoofsi namoonni Vaayirasii koronaatiin qabaman kuma 52fi 131 gaheera.

Hamma ammaatti namoonni 809 sababa Covid-19n lubbuusaanii dhabaniiru.

walumaagalatti Itiyoophiyaa keessatti namoonni kuma 18fi 994 bayyanataniiru.

Biyyattiin hamma ammaatti namoota 910,293’f qorannoo vaayirasii Koronaa taasiftee jirti.

Facebook Comments