Yuunvarsiitiin Arsii barattoota Muummee adda addaatiin digirii jalqabaa fi lammaffaatiin barsiisaa ture 1064 eebbise.

OBN Sad. 12, 2013- Yuunvarsiitiin Arsii barattoota Muummee adda addaatiin digirii jalqabaa fi lammaffaatiin barsiisaa ture 1064 eebbise.

Barattoota Yunvarsiitiin Arsii eebbise keessaa eebbifamtoonni 60 muummee fayyaa irraa kan eebbifaman tahu himameera.

 

Sirna eebbaa kana irratti Deetaan Ministira Ministeera Fayyaa Dr Darajjee Dhugumaa fi Deetaan Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Dr Saamuueel Kiflee argamaniiru.Marguu Bookiitu gabaase.

Facebook Comments