Pireezidaantin MNO obbo Shimallis Abdiisaa Maannaatti biqiltuu dhaaban

Oromiyaa magariistuu uumuu qabna jedhan obbo Shimallis.

OBN Wax. 05, 2011- Pireezidaantin Mootuummaa Naannoo Oromiyaa obboo Shimallis Abdiisaa  wayita gara godinas Jimmaatti imalan Raayyaan Ittisa Biyyaa, Poolisiin Feedaraalaa Dargaggoo fi Shamarraan waliin tahuun Oromiyaa magariistuu jireenyaaf mijattuu taate ijaaruun dhaloota dhaalchisuuf kaayyoo jedhu qabachuun Godina Jimmaa Aanaa Maannaatti biqiltuu dhaabani jiru jechuun Kootii Tafarraa gabaasteetti.

 

Facebook Comments