Pireezadaantiin Ertiiraa Isaayas Afeewarqiin Miinistiraa muummee Dr.Abiiyyi Ahimad fi pireezadantii saahilaaweerqii Zaawudee waliin mar’iatan.

OBN Ebla 25,2012- Pireezadaantiin Ertiiraa Isaayas Afeewarqiin Miinistiraa muummee Dr.Abiiyyi Ahimad fi pireezadantii saahilaaweerqii Zaawudee waliin mar’iatan.

Miinistirrii Muummee Dr.Abiiyyis baga nagaan dhuftan jechuun pireezadantii Isaayasiin simachuusaani toora FB isaanirratti barreessaniru.

Turti guyyaa lamaf taasisaanin walitti dhufeenyaa biyyoota lameeni irratti ni mar’atu jedhameeti eeggama.

Qaama hawaasa Idil-adduunyaa ta’u keenyaafis rakkoolee hedduu dabarsine irrattis ni haasofna jedhaniru.

Facebook Comments