Ayyaanni kun tokkummaa sabootaa cimsuufi jedhan pireezidaantiin Itiyoophiyaa Sahilawarqi Zawudee.

Walumaan biyya jaalannu ni ijaarra Pireezidaant Sahilawarqi

Ayyaanni kun tokkummaa sabootaa cimsuufi jedhan pireezidaantiin Itiyoophiyaa Sahilawarqi Zawudee.

OBN. Sad. 29,2012- Ayyaanni kun tokkummaa sabootaa cimsuufi jedhan pireezidaantiin Itiyoophiyaa Sahilawarqi Zawudee.

Dhimmoota waloo irrattis akka waliin ilaalluu fi ful durattis waliin xinxallufis jedhan.

Qormaata numudachaa jiran hunda dandamannee keessa ni baana jedhan.

Faayidaan hunda keenyaa gammachuu huna keenyatti, akkasumammoo miidhaan tokkoo miidhamuu hunda keenyati jedhan.

Kanaaf hunduu nageenyaa waaraa mirkaneessuuf gaheesaa bahuu akka qabu dhaaman.

Ayyaana kana wayita kabajnu rakkina kana dura nu qunnaman irra aannee har’aa tokko jennee heera mootummaa cimsuun walumaan biyya jaalannu ni ijaarra jedhan.

Facebook Comments