Jiraattoonnii aanaalee Godina Jimmaa fi Bulchinsa magaalaa Jimmaa Istaadiyoomii magaalaa Jimmaattii hiriira deeggarsaa Ministiira Muummee Dr. Abiyyi Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaaf bahan. Hiriirri Deeggarsaa kun ”Tokkummaan kabaja keenyaaf” ,”Dr AbiyyI Ahimad Abbaa nageenyyaa fi jaalalaati” jechuun jiratootaan raawwachaa jira. Ummaanni Jimmaa Oromummaa isaa qabatee tokkummaa Biyyaa fi Afrikaa ijaaraas jedhan warri hiriira deeggarsaa kanarratti qooda fudhatan. Hiriira deeggarsaa kanaratti qaamooleen hawaasaa adda addaa aanaalee Godina Jimmaa fi Jiraatonni magaalaa Jimmaa heedduun argamaniiru.

hiriira deeggarsaa Ministiira Muummee Dr. Abiyyi Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaaf bahan.

Jiraattoonnii aanaalee Godina Jimmaa fi Bulchinsa magaalaa Jimmaa Istaadiyoomii magaalaa Jimmaattii hiriira deeggarsaa Ministiira Muummee Dr. Abiyyi Ahimadii fi Paartii Badhaadhinaaf bahan.

Hiriirri Deeggarsaa kun ”Tokkummaan kabaja keenyaaf” ,”Dr AbiyyI Ahimad Abbaa nageenyyaa fi jaalalaati” jechuun jiratootaan raawwachaa jira.

Ummaanni Jimmaa Oromummaa isaa qabatee tokkummaa Biyyaa fi Afrikaa ijaaraas jedhan warri hiriira deeggarsaa kanarratti qooda fudhatan.

Hiriira deeggarsaa kanaratti qaamooleen hawaasaa adda addaa aanaalee Godina Jimmaa fi Jiraatonni magaalaa Jimmaa heedduun argamaniiru.

Facebook Comments