Jiraattonni Godina Waraabee baayyinnisaanii kuma 60’tti tilmaamamu Istaadiyeemii Magalattiitti walitti qabamuun Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simata

Jiraattonni Godina Waraabee baayyinnisaanii kuma 60'tti tilmaamamu Istaadiyeemii Magalattiitti walitti qabamuun Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simata

 

 

OBN Gur 11,2012- Jiraattonni Godina Waraabee baayyinnisaanii kuma 60’tti tilmaamamu Istaadiyeemii Magalattiitti walitti qabamuun Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad simatan.

Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahimad Jiraattota Istaadiyeemiitti walga’e kanaaf ergaa ergaa dabarsanii booda Bakka buutota Hawaasa Godichaa waliin ni mari’atu.Waajjira Ministira Muummeerraa wabeeffanne.

Facebook Comments