Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad galateeffatan.

Hoggantoota,Miseensoota Boordii fi Hojjeetoota Hidha Haroomsa Guddicha Itiyoophiyaa milkeessuuf halkanii fi guyyaa hojjeetan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad galateeffatan. Hooggantoota, miseensota boordiifi hojjettoota Hidhi Guddichi Haarom

Hoggantoota,Miseensoota Boordii fi Hojjeetoota Hidha Haroomsa Guddicha Itiyoophiyaa milkeessuuf halkanii fi guyyaa hojjeetan Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahimad galateeffatan.

Hooggantoota, miseensota boordiifi hojjettoota Hidhi Guddichi Haaromsaa boqonna murteessaatti ceesisan nan galateefadha jedhan fuula feesbuukii isaanirratti.

Hojichi saffisaan akka raawwatamu hooggantoota, miseensota boordiifi hojjettootaaf galannikoos guddaadha jedhan.

Facebook Comments