Namoonni 1336 vaayiresii koroonaan qabamaniiru.

Sa'aatii 24 darbeetti qorannoo laaboraatorri namoota 21,326 qoratameen namoonni 1336 vaayiresii koroonaan qabamaniiru.

Sa’aatii 24 darbeetti qorannoo laaboraatorri namoota 21,326 qoratameen namoonni 1336 vaayiresii koroonaan qabamaniiru.

Lubbuun namoota digdami saddeetis Vaayirasii kanaan darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii 34,058 qaqqabeera.

Nammoonni haaraan 370 vaayrsaicharra yoo bayyanatan, waliigala lakkoofsii namoota bayyanatanii 13,308 qaqqabeera.

Yeroo ammaa namoonni 20,148 yaalarratti argamu.

Namoonni 255 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Hanga ammaatti namoota 672,637f qorannoon laabraatoorii hojjetameera.

Facebook Comments