Gabaasni hojii waliin gahiinsa fayyaa Itiyoophiyaatti hojjetamee dhiyaate

OBN Caamsaa 14, 2011 – Yaa’ii Fayyaa Idil-addunyaa 72ffaa Jeeneevaatti taa’amaa jiru irratti hojii waliin gahiinsa fayyaa Itiyoophiyaatti hojjetame irratti gabaasni Ministira Fayyaan dhiyaImage may contain: one or more people, people standing and indoorate.

Ministirri Fayyaa Dr Amiir Amaan hojii waliin gahiiniinsa tajaajila fayyaa akka biyyatti hojjetamaa jiruun milkaa’ina galmaa’an, gufuulee muudatanii fi kallattii gara fuula duraa yaa’ichaa dhiyeessaniiru.

Facebook Comments