Atileet Hayileen Giddugala Onneef Birrii miiliyoona tokko kennuuf waada gale

OBN Hag. 02, 2011 – Atileet Hayilee Gabra Sillasee Giddugala Onnee Itiyoophiyaaf Birrii miiliyoona tokko kennuuf waada gale.

Image may contain: 1 person, sitting

Atileet Hayilee Gabra Sillasee Giddugala gargaarsa oonnee daa’immanii daa’immaan Itiyoophiyaaf Birrii miiliyoona tokko kennuuf waada gale.

Atileet Hayileen har’a gidddugalicha daawwataniiru.

Facebook Comments