Oromiyaatti namoonni dabalataa 224 vaayrasii koroonaan qabaman.

 Oromiyaatti namoonni dabalataa 224 vaayrasii koroonaan qabamuu Biiroon Eeegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise.

Oromiyaatti namoonni dabalataa 224 vaayrasii koroonaan qabamuu Biiroon Eeegumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise.

Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo laabraatoorii namoota 3843 hojjetameen vaayrasichi namoota 224 irratti argameera.

Oromiyaatti hanga guyyaa kanaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3,177gaheera.

Facebook Comments