Humna Adda Oromiyaa

Kolleejjiin poolisii Oromiyaa humna addaa saayinsii loltummaatiin leenjisaa ture eebbisiseera.

OBN Mudde 19, 2012 – Kolleejjiin poolisii Oromiyaa humna addaa saayinsii loltummaatiin leenjisaa ture bakka qondaaltoonni olaanoon argamanitti har’a ni eebbisa.

Humni addaa kun nageenya naannoo Oromiyaa kan yeroo kamiyyuu caala mirkaneessuuf gahee olaanaa akka qabu kan himame.

Humni addaa leenji’e kun aggaammii diinaa kamiyyuu qolachuun,hawaasni naannichaa nagaan bahee akka galuuf wabidha jedhame.

Baqqalaa Irreetu gabaase.

Image may contain: one or more people, people standing, tree, sky, outdoor and nature
Image may contain: 5 people, people standing and outdoorImage may contain: 5 people, shoes and outdoorImage may contain: 8 people, people smiling, shoes and outdoor
Facebook Comments