Waldaan Aksiyoona Biiftuu Addunyaa Gamoo Birrii Miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Dhawaatti ijaare eebbise.

Waldaan Aksiyoona Biiftuu Addunyaa Gamoo ijaare eebbise

Waldaan Aksiyoona Biiftuu Addunyaa Gamoo Birrii Miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Dhawaatti ijaare eebbise.

OBN Amajjii 2,2012 – Waldaan Aksiyoona Biiftuu Addunyaa Gamoo Birrii Miiliyoona 200 oliin Magaalaa Dirree Dhawaatti ijaare eebbise.

Gamoo ijaarame kanaas kan Eebbisan  Af-yaa’ii caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo fi Itti gaafatamaa waajjira Giddugalessa paartii Badhaadhinaa Obbo Fiqaaduu Tasammaati.

Qaama dhaabbata Tumsaa Kan tahe waldaan Aksiyoona Biiftuu Addunyaa Gamoo Abbaa Darbii Shanii lafa heektaara Kuma 3 irratti Birrii miiliyoona 200 ijaare. Faamii Abdurramaantu gabaase.

Facebook Comments