Ministirri Muummee Dr. Abiyyi Ahmad siidaa yaadannoo Dr. Hamliin ebbisan

Ministirri Mummee yeruma kana Hospitaala Feestullaa Hamliin daawwataniiru.

OBN Caamsaa 21, 2011 – Ministirri Muummee Dr Abiyyi Ahmad siidaa yaadannoo Dr Hamliin ebbisan.

Ministirri Mummee yeruma kana Hospitaala Feestullaa Hamliin daawwataniiru.

Sirna eebbaa kanarratti Dr Abiyyi haasawa taasisaniin Dr Hamliin haadha waan uumamaniif sirritti beekaniidha jedhaniiru.

Nama ta’anii nama fayyisan, nama keessayis nama turan jechun Dr Abiyyi Dr Hamliin ibsaniiru.

Dr Hamliin waggoota 60’f gahee olaanaa damee fayyaa Itiyoophiyaa keessatti bahataniif siidaan yaadannoo ijaarrameef.

 

Facebook Comments