Meeshaan waraanaa seeran alaa too’annaa seera jala oole

Magaalaa burraayyuutti meeshaan waraanaa seeran alaa too'annaa seera jala oole.

OBN Caamsaa 30, 2011 -Meeshaan waraanaa kun Finfinneerraa gara Burraayyuu ganda Lakkuu Kuleetti dhufee mana nama dhuunfaa obbo waggaarii waqjiraatti qabamu danda’eera.

Image may contain: food

Meeshaan waraanaa kunis shigguxii 148, rasaasni 3844, kilaashiin 3, mana keessatti boolla meetira 1 keessatti awwalame kan ture ta’uun himameera jechuun Caalaa Baaraka gabaasera.

Facebook Comments