Baarseloonaan Leenjisaa haaraa qaxare.

Baarseloonaan Leenjisaa haaraa qaxare.

 

 

OBN Amajji 05,2012-Baarseloonaan Leenjisaa haaraa qaxare.

Ernesto Valverd kan ari’e Baarseeloonaan Quique Setien leenjisaa Kilabichaa gochuun muudeera.

Yeroo ammaa qabxii gadi aanaa galmeessaa kan jiru Shampiyonin Ispeen Baarseloonaan leenjisaa kilabichaa Vaalverde ari’uuf dirqameera.

Baarseloonaan bara kana Laaliigaa Ispeeniin dirreen alatti morkattoota isaa injifachuuf hedduu rakkachaa jira.

Liigichaa garagarumma gooliin dursaa jiraatus Ernesto Valverden hojiin kilabiicha amaansiisu hin dandenye.

Maqaan isaa Leenjistoota hedduu waliin ka’aa kan ture Baarselonaan lammii Ispeen Quique Setien waaliigaltee wagaa 2fi baatii 6f qaaxaruu beeksiseera.Madda:-BBC

Facebook Comments