Waancaa mo’aa mo’atoota Ispeenin Riyaal Maadriid  xumuraaf gahe.

Waancaa mo’aa mo’atoota Ispeenin Riyaal Maadriid  xumuraaf gahe.

 

OBN Mudde 30,2012-Waancaa mo’aa mo’atoota Ispeenin Riyaal Maadriid

Xumuraaf gahe.

Gareen Ziinaddiin Ziidaan edaa galgalaa  Vaalensiyaan injiifachuun xummuuraaf gahuu mirkaneefate.

Riyaal Madrid  gooli 3fi1n Vaalenshiyaan  injiifachuun taphaa waancaaf darbe.

Riyaal Maadrid  Gareth Bale , Karem Beenzemaa fi Edan Hazard miidhaman dhabuus salphumatti Vaalenshiyaan injiifachuu milka’e.

Garee Zinedin Zidaan gooli Tooni Kroos,Iskoo fi Luukaa Moodriich galchaniin injiifatee.

Kessattuu gooliin Toonii Kross daandeeti isaa faayadamuun kubbaa Roogaa gara goolitti jijjiruun jajjameera.

Vaalenshiyaan gooli mo’atamu jalaa kilabichaa hin baararree Daniel Parejo peenalitiidhaan galcheera.

Wancaan mo’a mo’aattoota Ispeen galgalaa kanaas itti fuufuun Baarselonaa fi Atiletikoo de madridi sa’aatii 4 irraa waliin taphatu.

 

Facebook Comments