Taphattoonni Ispaanyol 6 Vaayirasii koronaatiin qabamuusaanii himame.

Taphattoonni Ispaanyol 6 Vaayirasii koronaatiin qabamuusaanii himame.

 

OBN Bit.09,2012-Taphattoonni Ispaanyol 6 Vaayirasii koronaatiin qabamuusaanii himame.

Taphattootaa kilabichaa qorannoo fayyaa taasisan keessaa taphattoonni 6 Covid 19’n qabamuu himameera; Taphattoota kanneeniifis yeroo amma wal’aansi kennamaafii jira jedhame.

Liigii Ispeen yeroo darbe taphoonni Laaligaa torbee 2’f guutumaan guututti akka dhaabbatu murteessuun ni yaadatama.

Taphattoonniifi miseensonni Vaalensiyaa dhibbeentaan 35 ol Vaayirasichaan qabamaniiru.Madda: Yahoo sports fi Reuters

Facebook Comments