Dorgommii Seerii A Itilii bara 2020/21

Dorgommiin Seerii A Itilii bara 2020/21 Fulbaana 19 fi 20 akka eegalu ibsame

Dorgommiin Seerii A Itilii bara 2020/21 Fulbaana 19 fi 20 akka eegalu ibsame.

Manni maree fedeeraalaa Itilii Roomitti yaa’ii taa’een liigichi guyyaa itti eegalu murteesseera.

Seerii A’n Itilii torbeen jalaqabaa Fulbaana 19 fi 20 taphatama.

Sagantaa dorgommichaa boru bahurratti hundaa’un kilaboonni garaa garummaa guyyoota lama jiddutti taphachuus akka danda’an himameera.

Madda:-BBC

No photo description available.
Facebook Comments