Ministirri Muummee  Dr. Abiyyi Ahimad jiraattota magaalaa Aksuumii fi naannawa ishee waliin mari’atan

OBN Wax 03, 2011 -Ministirri Muummee   gaaffii jiraattotaa fudhatanii suphaa siidaa Aksuumirratti mari’achuuf garas imaluu isaanii jiraattonni dinqisiifataniiru.

Dr. Abiyyi Ahimad ramaddii baajataa, rakkoo bishaanii, bu’uuraalee misoomaa fi nageenyarrattis jiraattota waliin mari’ataniiru jechuun Waajjirri Ministira Muummee gabaaseera.

Facebook Comments