Ministirri Muummee  Dr. Abiyyi barattootaaf ergaa dabarsan.

OBN Ful. 12,2012- Ministirri Muummee  Dr. Abiyyi Ahmad barattoota dhaabbilee barnoota olaanoof ergaa dabarsan.

Dr. Abiyyi, ilaalchi barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo idil addunyaa, ergamnisaanii ammoo biyyaalessaadha jechuun baga bara barnootaa haaraan geessan jedhaniiru.

Dorgomtummaanis ofii fi yeroo waliini jedhan.

Mataa ofiitii fi yeroo kan injifate ammoo biyyasaa kabajaa addunyaan irra gaheen gahuudhaan, biyyisaa beekumsaa fi teeknooloojidhaan adda duree akka taatu hojjeta jedhaniru.

Facebook Comments