Ashaaraa Magariisummaa

OBN Ado. 22, 2011 – Duula Dhaabbii Biqiltuu Godina Harargee Bahaa Aanaalee garaagaraa keessaatti gaggeeffamaa jira.

Harargee Bahaa duulli dhaabbii biqiltuu kutaa hawaasa gara garaan dhaabbatee jira.

Hawaasni dhaabbii biqiltuu irratti argaman dhaadannoo gara garaa dhageessisuun xiiqii misoomaaf qabaachuu ibsataniiru.

Facebook Comments