Iddoo Horri Finfinnee itti irreefatamu adda bahe.

OBN Ful. 07,2012- Iddoo Horri Finfinnee itti irreefatamu adda bahe.

Horri Finfinnee iddoon oromoonni dur itti irreefatu Hoteela Giyoon Masaraa Mootummaa Guddichaa fi naannawa galma aadaa oromoo hammata jedhan Abbaan gadaa Goobana Hoolaa.

Bakki amma ifa ta’ee kun Dolooll’oo Biddeenaa jedhamaa jedhan.

Iddoon kun armaan dura kan Magaalaa Finfinneetiin misoome dha jedhameera.Caalaa Barakaatu gabaase.

Facebook Comments