Dhaabbanni Beeksisaa Tokkummaa sagantaan Waarii Walaloo fi Agarsiisa Faashinii Irreechaa jedhamu qopheesse.

Dhaabbanni Beeksisaa Tokkummaa Magaalaa Finfinnee Hoteela Eliyaanaatti Ayyaana Irreechaa sababeeffachuun sagantaan Waarii Waloo fi agarsiisa faashinii irreechaa jedhamu qopheessee jira.

Sagantichi galgala har’aa sa’aatii 11:00 irraa eegaleet gaggeeffama.

Sagantaa kana irratti keessumootni kabajaa kanneen akka kantiibaa itti aanaa Magaalaa Finfinnee, Itti Gaafatamaa Biiroo Aadaafi Tuurizimii Oromiyaa, Abbootii Gadaa fi namoonni bebeekkamoon hedduun irratti ni argamu jedhameet eegama.

Gammachiis Zawuduutu Finfinneerraa gabaase.

Facebook Comments