Qondaaltotni Poolisii Oromiyaa 125 eebbifaman.

Kolleejjiin Poolisii Oromiyaa Adaamaatti argamu qondaaltota poolisii dippiloomaadhaan marsaa 2ffaaf leenjisaa ture bakka Hoogganaa Biiroo Bulchiinsaaf nageenyaa Oromiyaa Dr Qana’aa Yaadataa argamanitti guyyaa har’aa ni eebbisa.
 
Eebba kana irratti oggantoonni olaanoo,keessummoonni fi maatiin eebbifamtoota argamaniiru.
 
Koollejjiin Poolisii Oromiyaa Kadhimamtoota Diphiloomaan barasiisaa ture guyyaa har’aa 125 eebbisiisuu danda’ee jira jedhan.
 
Eebbifamtootni guyyaa har’aa nageenyaa naannoo Oromiyaa eegsisuu keessatti gahee isaanirraa eeggamu bahachuu akka qabanis dhaamameera.
BDHKMNO irraa odeefanne.
Facebook Comments