Jlli Aangawoota Jibuutii Zoonii Indaastirii Dukamam daawwate.

Jlli Aangawoota Jibuutii Zoonii Indaastirii Dukamam daawwate.

 

 

 

OBN Amajjii15,2012-Jilli aangawoota mootummaa fi hoggansa dhaabbilee daldalaa Jibuutii turtii isaa Guyyaa 2ffaan Zoonii Indaastirii Bahaa Dukamitti argamun,warshaalee sansheng Pharmaceutical fi Yuan ceramics’n daawwateera.

Jilli kun buufata doonii gogaa mojoo fi paarkii indastirii Adaamaas ni daawwata jedhamee eegama.Yohaannis Bantiitu gabaase.

Facebook Comments