Jiraattoonni Godina Gujii Magaalaa Nagaalee fi Naannooshee hiriira deeggarsaa baha.

Jiraattoonni Godina Gujii Magaalaa Nagaalee fi Naannooshee hiriira deeggarsaa baha.

 

 

Jiraattoonni Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Nagaalee fi Naannooshee  Minstira Muummee  Dr Abiyyii Ahimadii fi Paartii Badhadhaaf deeggarsa qaban hiriira nagaa bahuun ibsatan.

Namoonni hiriira deggersaa kana Irraatti argaman hojii Dr Abiyyi Ahimad erga gara aangootti dhufanii hojjatan roga maraan cimee akka itti fuufuuf humnaa fi beekumsa qabnuun bira ni dhaabbann jedhan.

Muldhata Paartii Badhadhaaninaa galmaan ga’uuf deeggersa barbaachisu kan gumaachan ta’uu himaniiru. Jiksaa Takileetu Gabaase.

 

Facebook Comments